የአዋሽ ባንክ “ታታሪዎቹ” የሥራ ፈጠራ ውድድር ዕድልዎን ለመጠቀም ዝግጁ ነዎት? እንግዲያውስ ጊዜ ሳያልፍ ዛሬውኑ ይመዝገቡ፤ የፈጠራ ሀሳብዎን ወደ ተግባራዊ ስኬት ይቀይሩ።
ምዝገባው ሐምሌ 1 ቀን 2018 ዓ.ም ይጠናቀቃል። ለመመዝገብ https://tatariwochu.awashbank.com/ ድረገጽ በመጎብኘት ወይም አቅራቢያዎ በሚገኝ ቅርንጫፍ በመሄድ አሁኑኑ ይመዝገቡ።
አዋሽ ባንክ!
Gatii yeroo sirriitti waan beekaniif Kalaqxoonni hin barfatan!
Carraa dorgommii kalaqa hojii Qaxaleewwan Baankii Awaash fayyadamuuf qophooftaniittuu? Egaa osoo hin barfatin galmaa’uun yaada kalaqaa keessanii qabatamaan gara milkaa’inaatti jijjiiraa.
Guyyaan galmee kan xumuramu Adoolessa 1 bara 2018 yoo ta’u, galmaa’uuf marsariitii
https://tatariwochu.awashbank.com/
fayyadamuun yookiin damee Baankii Awaash isinitti dhihoo deemuun galmaa’uu ni dandeessu.
Baankii Awaash!
#AwashBank #NurturingLikeTheRiver #Tatariwochu #Qaxaleewwan
Source: FastMereja









No comments yet.